Tarree
Jijjiiramoota dhuunfaa fudhu ykn dhiisi.
Caancalii Tarreee jijjiiramoota maraa kan galme ammee keessatti galmaa'ani turan agarsiisa. Tarree kana Calaluu yoo barbaadde Cancaala calalii cuqaasi, ittaansuudhaan ulaagaa calalii. Yoo tarreen jijjiramoota man'ayee qabaate, hirkatinsi calaliin xiyyeeffannoo malee mul'atu.
Jijjiramoonni man'ayan bakka jijjiramni uumamef barreessitoota adda addaatiin taasifame walirra bu'a.
Mallatto ida'aa cinaa galfata tarree keessaa, jijjiiramoota maraa kan man'ee dhaaf galmaa'anii turan cuqaasi.
Yoo jijjiiramoonni man'ayaa tokko man'eedhaaf ulaagaa gingiilchaa walsima, jijjiiramoonni marri man'eedhaaf agarsifame yeroo tarree jijiirama gingilchituu, galfattoonni tarree keessatti haalluuwwan adda addaaa keessatti akka gabatee armaan gadi mul'ata:
Halluu |
Hiika |
gurraachi |
Galfanni ulaagaa gingiilchaatii walsima. |
cuquliisa |
Galfanni xixiqqaan tokko ykn isaa ol ulaagaa gingiilchaan walsima. |
xiiloo |
Galfanni xixiqqaan ulaagaa gingiilchaatii wal hin simu. |
magariisa |
Galfanni xixiqqaan ulaagaa gingiilchaatii walsima. |
Filannoo dirree
Lists the changes that were recorded in the document. When you select an entry in the list, the change is highlighted in the document. To sort the list, click a column heading. Hold down CommandCtrl while you click to select multiple entries in the list.

Yaada galfata tarree keessaattif gulaaluudhaaf, galfata mirga-cuqaasi, ittansuudhaan Gulaalii - yaadacuqaasi.
Jijjiirama erga fudhatteeykn dhiifttee,galfatoota akkaataa "Fudhatame" ykn "Dhiifame" haalojii irradeebiin.
Gocha
Lists the changes that were made in the document.
Qubannoo
Man'eewwan qabeentota waliin jijjiramanii turan waliin tarreessi.
Barreessaa
Lists the user who made the change.
Guyyaa
Lists the date and time that the change was made.
Yaadannoowwan
Lists the comments that are attached to the change.
Fudhu
Accepts the selected change and removes the highlighting from the change in the document.
Dhiisi
Rejects the selected change and removes the highlighting from the change in the document.
Mara Fudhu
Jijjiiram filatamee fudhata galmee keessaa ammo jijjiirama irraa shoolaa haqa.
Mara Dhiisi
Jijjiiram filatamee dhiisi; galmee keessaa ammo jijjiirama irraa shoolaa haqa.

Fudhatama ykn dhiifamu jijjiirraa faalleessuuf,Gaabbii baafata Gulaalii irraa fili.
Gaabbi
If you made changes by choosing Tools - AutoCorrect - Apply and Edit Changes, the Undo button appears in the dialog. Reverse the last Accept or Reject command.
Ajajawwan dabalataa tarree baafata halqaraa keessa jiru:
Yaada gulaali
Edit the comment for the selected change.
Foo'i
Tarree akkaataa matadureewwan tarsaatti foo'a.
Gocha
Sorts the list according to the type of change.
Barreessaa
Sorts the list according to the Author.
Guyyaa
Sorts the list according to the date and time.
Yaadannoowwan
Sorts the list according to the comments that are attached to the changes.
Qubannoo Galmee
Sorts the list in a descending order according to the position of the changes in the document. This is the default sorting method.